Dhimma ijoo ta'etti seeni

Oduu

 

ODUU HAARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 3

Gabaasa kanarratti qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu uffannaa fi miidhagina ilaalchisee murtoo gochuuf nu gargaaran ilaalla.

ODUU HAARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 3

Gabaasa kanarratti qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu uffannaa fi miidhagina ilaalchisee murtoo gochuuf nu gargaaran ilaalla.

2024-03-15

ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 2

Gabaasa kana keessatti, Yihowaan inni Abbaa keenya isa dinqisiisaa taʼe, “hundumtuu yaada akka geddaratan” akka barbaadu kan argisiise akkamitti akka taʼe ilaalla. (2 Phe. 3:9) Akkasumas, yeroo sochiiwwan tiʼookraasii irratti hirmaannu uffannaa uffachuu qabnu irratti sirreeffama godhame ilaalla.

Dhugaa Baatota Yihowaa Sababii Amantii Isaaniitiin Hidhaman—Biyya Biyyaan

Biyyoota Dhugaa Baatonni Yihowaa sochii amantii isaanii wajjin wal qabate waan godhanii fi mirgoota namummaa buʼuuraatti waan fayyadamaniif mana hidhaa galanii fi yeroo tokko immoo haala rakkisaa keessatti dararamaa jiran.