Wanta Haaraa
GILGAALOTA MICHUU YIHOWAA TAʼI
Yihowaan Abbaa Keenyadha
Yihowaan akka abbaa keenyaatti akka isa ilaallu barbaada.
MASARAA EEGUMSAA
Lakk. 1 2024
GAAFFII DARGAGGOOTAA
Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuu—Kutaa 3: Gargar Baʼuu Qabnaa?
Shakkii qabda taanaan walitti dhufeenya keessan itti fufuu qabdaa? Mata dureen kun murtoo gochuuf si gargaara.
DAMMAQINAAN EEGAA!
Waraanni Yoom Dhaabbata?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
Yeroo dhihootti waraanni hundi ni bada. Kitaabni Qulqulluun kun kan taʼu akkamitti akka taʼe ni ibsa.
SEENAA JIREENYAA
Hookaan Deevidsan: Dhugaan Kitaaba Qulqulluu Akka Babalʼatu Deggeruu
Hookaan akkuma hiriyoota isaa bashannanarratti xiyyeeffachuu mannaa galma hafuuraa baafateera. Amma waggoota shantamaa ol booda, misiraachoon saba, gosaa fi qooqaa hundumaa gaʼaa akka jiru ijuma isaatiin argaa jira.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Gadi Fageenyaan Qoʼachuudhaan Dammaqii Jiraadhu
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Gaaffii Dubbistootaa—Adoolessa 2024
‘Dubartiin’ Isaayyaas 60:1 irratti ibsamte eenyu? ‘Kaatee ifa ishii kan ibsitu’ hoo akkamitti?
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Gumii Haaraatti Baruu kan Dandeessu Akkamitti?
Kiristiyaanonni hedduun yeroo gumii kan biraa deeman haalasaatti dafanii baruu dandaʼaniiru. Wanti gumii haaraatti baruuf gumaacha godhu maalidha? Qajeelfamoota haalawwan rakkisoo si mudatan dandamachuuf si gargaaran afur ilaali.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Adoolessa 2024
Maxxansi kun mata dureewwan Fulbaana 9–Onkoloolessa 6, 2024tti qoʼataman qabateera.
FAARFANNAAWWAN ADDAA
‘Nagaa Akka Lagaa Yaaʼu’
Nagaan Yihowaa biraa argamu akkuma lagaati, barabaraaf yaaʼa.
FAARFANNAAWWAN ADDAA
“Misiraachoo” (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2024)
Ilmaan namootaa, jaarraa jalqabaatii kaasee hanga harʼaatti, misiraachicha gammachuudhaan lallabaa turaniiru. Hojiin kun hojii Yesuus kallattiidhaan geggeessuu fi deggersa maleekotaa qabu waan taʼeef, irratti hirmaachuun mirga guddaadha!
MATA DUREEWWAN DABALATAA
Kophummaa Isinitti Dhagaʼamu Dandamachuuf Namoota Kaan Gargaaraa—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
Namoota kaan gargaaruudhaan karaa itti of gargaaruu dandeessu lama hubadhu.