Dhimma ijoo ta'etti seeni

Yeroo Boqonnaa

Bashannanni humna kee haaressuu ykn humna kee fixuu dandaʼa! Yeroo boqonnaa kee ogummaadhaan fayyadamuu fi faayidaa guutuu irraa argachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.

Viidiyoo Geemii: Moʼaa Jirta moo Moʼamaa Jirta?

Viidiyoo geemiin nama bashannansiisuu dandaʼa; garuu immoo miidhaa tokko tokkos qaba. Balaa qabu irraa of eeguu fi dhugumaan moʼuuf maal gochuu dandeessa?

Waaʼee Taphawwan Ispoortii Maal Beekuu Qabda?

Ispoortiin dandeettii waltaʼiinsaa fi walii galteedhaan hojjechuu akka horattu si gargaara. Garuu,taphawwan Ispoortiin jireenya kee keessatti wanta hunda caalaa iddoon kennamuuf taʼuu qabuu?

Tapha Ispoortii Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?

Tapha taphatu, akkamitti akka taphattuu fi saʼaatii hangamiitiif akka taphattu beeki.

Gammadduuf Jedhanii Balaadhaaf Of Saaxiluun Sirrii Dhaa?

Dargaggoonni hedduun siʼa tokko tokko haala balaaf saaxiluun dandeettii isaanii qoruudhaan gammaduuf yaalu. Ati hoo kana gochuuf qoramtee beektaa?

Yeroo Kootti Sirriitti Fayyadamuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Yaadawwan yeroo kee isa gatii guddaa qabu qisaasessuu irraa akka fagaattu si gargaaruu dandaʼan shan.

Yoon Nuffe Maalan Godha?

Teknooloojiin furmaataa? Ilaalchi jijjirama fidaa?

Gochi Hafuurota Xuraaʼoo Wanta Miidhaa hin Qabnedhaa?

Namoonni hedduun hawwiin isaan waaʼee urjii lakkaaʼuu, qaallotaa, vaampaayerootaa fi zoombii beekuuf qaban guddateera. Gochi akkanaa kan nama gammachiisu fakkaatus waaʼee balaa isaa wanti beekuu qabdu jira.