Ergaa Maatii Keessaniif Darbe
Miseensa Qaama Olaanaa kan taʼe Antoonii Mooris sadaffaan, viidiyoo animeeshiniidhaan qophaaʼee fi warri ijoollee isaanii akka barsiisan gargaaru kana beeksisa.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
VIIDIYOOWWAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu
Seenaa namoota Kitaaba Qulqulluu keessa jiranii fi michoota Yihowaa taʼan irraa baradhu!
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.