Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Albaaniyaa

  • Jirookaastar, Albaaniyaa—Birooshura Jireenyi Uumamaan Argamee? jedhamu kennaa jiru

Odeeffannoo Gabaabaa—Albaaniyaa

  • 2,762,000—Baayʼina uummataa
  • 5,461—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 83—Gumiiwwan
  • 1 nama 511f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MUUXANNOOWWAN

Fedhiidhaan of Dhiheessaniiru—Albaaniyaa fi Kosoovoo

Namoota naannoo labsitoonni caalaatti barbaachisan deemanii tajaajilan rakkoowwan jiraatanis akka dandamatan kan isaan gargaare maali dha?