Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Arjantiinaa

  • Kaataamaarkaa, Arjantiinaa​—Dhugaa Baatuun tokko mandara Aluumbireeyiraatti dhihoo jirutti tiksee tokkoof Macaafa Qulqulluurraa utuu isaaf dubbisuu

Odeeffannoo Gabaabaa—Arjantiinaa

  • 46,045,000—Baayʼina uummataa
  • 153,751—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,938—Gumiiwwan
  • 1 nama 301f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

ODUU HAARAA

Waajjirri Damee Arjantiinaa Godambaa Haaraa Bane

Godambaan kun agarsiisawwan mata duree “Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa” fi “Dubbiin Kee Bara Baraaf Jiraata” jedhan kan qabate dha