Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Yuukreen

  • Luubokora, Yuukreenitti mandara xinnoo keessatti yommuu lallaban

Odeeffannoo Gabaabaa—Yuukreen

  • 41,130,000—Baayʼina uummataa
  • 109,375—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,234—Gumiiwwan
  • 1 nama 391f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

DAMMAQINAAN EEGAA!

Waraanni Yuukreen Waggaa Tokko Guute—Kitaabni Qulqulluun Abdii Akkamii Kenna?

Waaʼee abdii Kitaaba Qulqulluu waraanni hundi akka badu ibsuu baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Raashiyaan Yuukreeniin Weerarte—Raajiin Kitaaba Qulqulluu Raawwi Isaa Argachaa Jiraa?

Taʼeewwan kun maal akka argisiisan baradhu.

DAMMAQINAAN EEGAA!

Amantaa fi Waraana Yuukreenitti Geggeeffamaa Jiru Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Geggeessitoonni waldaalee amantaa gama lamaaniinuu jiran wanta Yesuus barattoonni isaa akka godhanii fi hin goone isaan ajaje irraa haala baayʼee faallaa taʼeen dhiibbaa gochaa jiru.