Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Veenuzuweelaa

  • Laa Viiktooriyaa, Veenzuweelaa—Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu kaffaltii malee manatti geggeeffamuuf afeeruu

Odeeffannoo Gabaabaa—Veenuzuweelaa

  • 28,302,000—Baayʼina uummataa
  • 134,096—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,700—Gumiiwwan
  • 1 nama 215f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MUUXANNOOWWAN

Yeroowwan Rakkisoo Taʼanitti Veenzuweelaatti Yihowaa Tajaajiluu

Obboloonnii fi obboleettonni keenya Veenzuweelaa keessa jiran hinaaffaadhaan tajaajilaa jiru, akkasumas “madda jajjabinaa guddaa” waliif taʼaniiru.

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Gargaarsa Yeroo Balaa 2021—Obbolootaafi Obboleettota Keenya hin Ganne

Bara 2021⁠tti biyyoonni tokko tokko weerara dhibee KOOVIID-19 qofa utuu hin taʼin balaawwan gurguddaa gaʼan kan birootiif gargaarsi isaan barbaachiseera.

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Murtoo Koo Hundumaa Irratti Yihowaadhaaf Dursa Kenneera

Seenaa Jireenyaa: Diiyaa Yaazbeek