Dhimma ijoo ta'etti seeni

Qorumsa Keessatti Amanamoo Taʼuu

Dubbiin Waaqayyoo Dhugaa Baatonni Yihowaa qorumsawwan amantii isaan muudatu milkaaʼinaan dandamachuuf kan isaan gargaare akkamitti akka taʼe ilaali.

Uffata Mallattoo Rogsadee Bifa Bildiimaa Qabu Uffataniiru

Mana barumsaa tokko keessatti barsiistonni namoota manneen hidhaa Naazii keessatti rakkinaaf saaxilaman keessaa Dhugaa Baatonni tokko akka taʼan kan dubbatan maaliifi?

Loltuu Kiristoos Taʼuuf Kutadheera

Dimeetiriyas Saaraas meeshaa waraanaa qabachuu waan dideef hidhamee ture. Yeroo booda rakkinni hedduun kan isa mudate taʼus, Waaqayyoon jajachuu isaa itti fufeera.

Hidhamtoota Irraa Barateera

Namni Eertiraa keessatti hidhame tokko Dhugaa Baatonni Yihowaa wanta baratan hojii irra akka oolchan ofuma isaatii argeera.

Kadhannaa Muka Qilxuu Irraa

Abbaan Reeshel mattaʼaa fi rukuttaadhaan Yihowaa irraa ishii fageessuuf yaaleera. Kadhannaa ishiin muka irra yaabbattee dhiheessite amanamtuu fi cimtuu taʼuuf kan ishii gargaare akkamitti?

Yaadannoowwan Maashinii Uffata Ittiin Miiccan Jala Turan

Haati tokko ijoollee ishii durbaa dhugaa Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf tooftaa addaa tokkotti fayyadamte.

Sabni Yihowaa Qeesota Aaraniif Gaarummaadhaan Deebii Kennan

Kitaabni Qulqulluun yeroo aarrutti illee garraamii akka taanu nu jajjabeessa. Gorsi kun dhugumaan ni hojjetaa?

Waaqayyoo fi Haadha Koo Wajjin Nagaa Uumeera

Miichiyoo Kumaagaayi abbootii ishii durii waaqeffachuu yommuu dhiistu, ishii fi haadha ishii gidduutti wal dhabiinsi ni uumame. Miichiyoon nagaa uumuu kan dandeesse akkamitti?