Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa

Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa

KITAABNI QULQULLUUN QAJEELFAMA AMANSIISAA TAʼE hiriyoota gaaʼelaatiif, warraa fi dargaggootaaf ni kenna. Qajeelfamoonni kun, dandeettii yaaduu keenya guddifachuu fi murtoo gaarii gochuuf nu gargaaru.—Fakkeenya 1:1-4.

KITAABNI QULQULLUUN GAAFFILEE GUGUDDAA KANNEEN AKKA ARMAAN GADIITIIF DEEBII KENNA:

Deebii gaaffilee kanaa fi kan biroo argachuuf ofuma keetiin Kitaaba Qulqulluu akka qortu si afeerra. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhu ilaali. Koodii kana dubbisiisi ykn www.ps8318.com/om ilaali.