Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Walitti Qabamuun Nuuf Gaariidha

Walitti Qabamuun Nuuf Gaariidha

Hisqiyaas Yerusaalemitti Ayyaana Faasikaa guddaa qopheessee ture (2Se 30:1; it-1-E 1103 key. 2)

Mormiin jiraatus namoonni hedduun ayyaanicha irratti hirmaataniiru (2Se 30:10, 11, 13; it-1-E 1103 key. 3)

Gammachuu guddaa argataniiru, akkasumas Yihowaa tajaajiluuf kakaʼanii turan (2Se 30:25–31:1; it-1-E 1103 key. 4-5)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Rakkinni utuma jiruu walgaʼiiwwan gumii fi walgaʼiiwwan guguddaa irratti argamuudhaan kanan fayyadame akkamitti?’