ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 Kitaaba Zakkaariyaas Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Waamicha gara Yihowaatti akka deebiʼan dhihaate (1-6) “Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa” (3) Mulʼata 1: Abbootii fardaa mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatan (7-17) “Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa” (17) Mulʼata 2: Gaanfota afurii fi ogeeyyii harkaa afur (18-21) 2 Mulʼata 3: Namicha wadaroo safaraa qabate (1-13) Yerusaalem ni safaramti (2) Yihowaan “dallaa ibiddaa ishiitti marsee jiru” taʼa (5) Qaroo ija Yihowaa tuquu (8) Saboonni hedduun Yihowaa cinaa dhaabbatu (11) 3 Mulʼata 4: Uffanni luba ol aanaa ni jijjiirame (1-10) Seexanni Iyyaasuu isa luba ol aanaa taʼe morme (1) “Ani Latii isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!” (8) 4 Mulʼata 5: Baattuu ibsaa fi mukeetii ejersaa lama (1-14) “Jabina namaatiin utuu hin taʼin, hafuura kootiin” (6) Guyyaa hojicha keessaa xinnoon itti jalqabame hin tuffatinaa (10) 5 Mulʼata 6: Maraa kitaabaa balaliʼu (1-4) Mulʼata 7: Miʼa eefaa (5-11) Dubartiin achi keessa jirtu Hammina jedhamte (8) Miʼichi gara Shinaaritti geeffame (9-11) 6 Mulʼata 8: Gaariiwwan fardaa afur (1-8) Latichi mootii fi luba taʼa (9-15) 7 Yihowaan sooma garaadhaa hin taane ni balaaleffata (1-14) “Dhuguma anaaf soomtanii?” (5) ‘Haqa, jaalala amanamaa fi gara laafina walitti argisiisaa’ (9) 8 Yihowaan Xiyooniif nagaa fi dhugaa ni kenna (1-23) Yerusaalem, “magaalaa amanamtuu” (3) “Walii keessanitti dhugaa dubbadhaa” (16) Sooma irraa gara affeerraatti (18, 19) ‘Yihowaa haa barbaaddannu’ (21) Namoonni kudhan uffata Yihudii tokkoo qabatu (23) 9 Murtii Waaqni saboota ollaa jiran irratti dabarse (1-8) Dhufaatii mootii Xiyoon (9, 10) Mootii gad of qabuu fi harree irra taaʼee dhufu (9) Sabni Yihowaa bilisa baʼa (11-17) 10 Bokkaa argachuuf Yihowaa malee waaqolii sobaa hin gaafatinaa (1, 2) Yihowaan saba isaa tokko ni godha (3-12) Namni iddoo guddaa qabu Yihudaa keessaa ni baʼa (3, 4) 11 Miidhaa tiksee Waaqaa isa dhugaa tuffachuun fidu (1-17) “Hoolota qalamuuf jedhan tiksi” (4) Ulee lama: Gammachuu fi Tokkummaa (7) Mindaa tiksee: Meetii sheeqilii 30 (12) Maallaqichi mana kuusaatti darbatame (13) 12 Yihowaan Yihudaa fi Yerusaalemiif eegumsa godha (1-9) Yerusaalem, “dhagaa ulfaataa” taati (3) Isa waraaname sanaaf booʼuu (10-14) 13 Waaqolii tolfamoo fi raajota sobaa balleessuu (1-6) Raajonni sobaa qaanii gonfatu (4-6) Tikseen sun ni rukutama (7-9) Harki sadaffaan ni qulqulleeffama (9) 14 Injifannoo guutuu waaqeffannaa dhugaan argate (1-21) Gaarri ejersaa lamatti hirama (4) Yihowaan tokko, maqaan isaas tokko ni taʼa (9) Dhaʼicha mormitoota Yerusaalem irra gaʼu (12-15) Ayyaana Daasii kabajuu (16-19) Distiiwwan hundi Yihowaadhaaf qulqulleeffamu (20, 21) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi Zakkaariyaas—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA Zakkaariyaas—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo Zakkaariyaas—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt Zakkaariyaas ful. 1569-1570