Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami

Kitaabni kun qophii Kitaaba Qulqulluu kaffaltii malee yeroo namoota dhuunfaatti Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisnutti akka itti fayyadamnuuf qophaaʼe keessaa tokko dha.

Dhiifama, filannoowwan ati filatte kan guutu hin jiru.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN

Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?

Qoʼannaa tolaan Dhugaa Baatonni Yihowaa geggeessan irratti, hiikkaa Kitaaba Qulqulluu kam iyyuu fayyadamuu dandeessa. Maatii ykn michoota kee affeeruu dandeessa.