Namni Jaallattan Yeroo Du’u

Namni ati jaallattu du’eeraa? Gadda kee dandamachuuf gargaarsa ni barbaaddaa?

Seensa

Barreeffamni kun jajjabina Kitaabni Qulqulluun namoota gaddaniif kennu qabateera.

“Kun Tasumaa Dhugaa Taʼuu Hin Dandaʼu!”

Wanti hin eegamnee fi nama gaddisiisu yeroo hundumaa maatiiwwan addunyaa maratti argaman irra ni gaʼa.

Gaddi Akkasii Sirriidhaa?

Nama jaallattu tokko yommuu duʼaan dhabdu, gadda kee ibsuun dogoggora dhaa?

Warri Kaan Gargaarsa Gochuu Kan Dandaʼan Akkamitti?

Michoonni hubannaa qaban nama gadde tokko jajjabeessuuf dursa fudhachuun isaan barbaachisa taʼa.

Abdii Amansiisaa Namoonni Du’an Qaban

Namni tokko yommuu du’u deebinee akka isa hin haasofsiisne, waliin hin kolfine ykn wal hin hammanne yaaduun ni ulfaata. Ta’us Kitaabni Qulqulluun abdii qabateera.