Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 23

Yihowaan Bulchuu Jalqabe

Yihowaan Bulchuu Jalqabe

(Mulʼata 11:15)

  1. 1. Bulchiinsisaa jalqabe;

    Haa jajannu Mooticha.

    Yesuus Kiristoos Xiyoonii bulcha.

    Yihowaa ni faarfanna.

    Gammachuun ililchina.

    Moosifame Kiristoos

    Fayyisaan keenya.

    (BUUSAA)

    Maal fida Mootummaan Yihowaa?

    Dhugaaf gaarummaa dagaagsa.

    Bara baraaf nu jiraachisa;

    Gammachuu nuuf argamsiisa.

    Gooftaa Olaanaa haa jajnu,

    Guddaa dha jaalallisaa.

  2. 2. Kiristoos Mootii taʼe,

    Armaagedoon dhihaate.

    Sirni Seexanaa baduunsaa gaʼe.

    Amma lallabuu qabna,

    Kan hin dhageenye jiru;

    Tarkaanfii haa

    fudhatan yeroon hin jiru.

    (BUUSAA)

    Maal fida Mootummaan Yihowaa?

    Dhugaaf gaarummaa dagaagsa.

    Bara baraaf nu jiraachisa;

    Gammachuu nuuf argamsiisa.

    Gooftaa Olaanaa haa jajnu,

    Guddaa dha jaalallisaa.

  3. 3. Inni Waaqayyo muude

    Dinqii dha ija keenyaaf.

    Bakka buʼaasaa kanaaf saganna.

    Manasaatti ol galaa;

    Kadhadhaa araarasaa.

    Yesuus waa hunda bulchuuf

    gaʼe yeroonsaa.

    (BUUSAA)

    Maal fida Mootummaan Yihowaa?

    Dhugaaf gaarummaa dagaagsa.

    Bara baraaf nu jiraachisa;

    Gammachuu nuuf argamsiisa.

    Gooftaa Olaanaa haa jajnu,

    Guddaa dha jaalallisaa.

(Dabalataan 2 Sam. 7:22; Dan. 2:44; Mul. 7:15 ilaali.)