Dhimma ijoo ta'etti seeni

Sababan Itti Amane—Ulaagaalee Waaqayyoo Moo Kan Koo?

Sababan Itti Amane—Ulaagaalee Waaqayyoo Moo Kan Koo?

Huugoo fi Kilaaraan mana barumsaa yeroo turanitti ulaagaalee Yihowaa hordofuun isaanii dhiibbaa hiriyaa damdamachuuf kan isaan gargaaree fi miidhaa gadhee irraa kan isaan oolche akkamitti akka taʼe dubbataniiru.