Seenaa Jireenyaa Dhugaa Baatota Yihowaa

Addunyaa maratti dhiironnii fi dubartoonni waaqeffannaa Yihowaatiif jireenyaa isaanii keessatti dursa kennaniiru. Seenaan isaanii si jajjabeessa, akkasumas amantii kee siif cimsa.

Seenaawwan Jireenyaa Barreeffamoota Keenyarratti Baʼan

Seenaawwan jireenyaa Dhugaa Baatota Yihowaa dhibbaan lakkaaʼmanii fi bara 1955 kaasee Masaraa Eegumsaa fi Dammaaqaa! irratti baʼan argachuuf liinkota kana fayyadami.

HOOKAAN DEEVIDSAN

Dhugaan Kitaaba Qulqulluu Akka Babalʼatu Deggeruu

Hookaan akkuma hiriyoota isaa bashannanarratti xiyyeeffachuu mannaa galma hafuuraa baafateera. Amma waggoota shantamaa ol booda, misiraachoon saba, gosaa fi qooqaa hundumaa gaʼaa akka jiru ijuma isaatiin argaa jira.

MAAYILZI NOORZIOOVAR

Yihowaan Carraaqqii Ani Isa Tajaajiluuf Godheef Naa Kiiseera

Maayilzi Afaan mallattoo barachuun isaa carraa haaraa isaaf baneera. Carraaqqiin namoota hin dhageenyee fi Biritaaniyaa jiraatan gargaaruuf godhe isa kiiseera.

IIRMAA BEENTIIVOGLII

Waaqa Isa ‘Kennaa Gaarii Hunda’ Kennu Tajaajiluu

Wanti yeroo Waraana Addunyaa Lammaffaatti raawwatame amma iyyuu sammuu ishii keessaa kan hin badne taʼu illee, Iirmaan kennaawwan hafuuraa, kanneen akka namoota ishiidhaaf fakkeenya gaarii taʼanii fi tajaajila Beetel jiran argatteef guddaa galateeffatti.

TEERII REYINAALDIS

Yihowaan Wanta Hunda Irra Caalu Akkan Isaaf Kennu na Gargaareera

Teeriin tajaajila yeroo guutuu irratti hirmaachuuf fedhii qabaachuun isaa misiyoonii taʼuu fi Taayiwaanitti Beetel keessatti tajaajiluu dabalatee itti gaafatamummaa gara garaa isaaf argamsiiseera. Qajeelchaa erga taʼee waggaa 60 ol yommuu taʼu harʼas haadha manaa isaa Waankwaa wajjin garaa guutuudhaan tajaajilaa jira.

ASTEER PAARKAR

Jireenya Guutummaatti Yihowaadhaaf Bule Jiraachuun Barbaada Ture

Asteer ijoollummaa ishiitii kaastee dhugaa jaallatti turte. Yeroo jeequmsi siyaasaa Itoophiyaa keessa turetti amantiin ishii mana hidhaatti qoramee ture. Yeroo booda, Asteer Beetel isa Biruukiliin Niiwuu Yoorki jirutti tajaajilteetti, achiis ilmaan sadii guddisteetti.

JEEYI KAAMBEEL

Bakka Iddoo Hin Qabnerraa Kaʼee Ulfina Argachuu

Jeeyi hir‵ina qaamaa fi hiyyummaan guddatte, mana barumsaa deemuus hin dandeessu turte. Rakkoowwan keessa utuma jirtuu namoota sadii gargaartee cuuphamaniiru; tajaajila irratti hirmaachuu ishiis itti fufteetti.

TAAPAANII VIITAALAA

Namoota Gurri Duudee Gargaaruuf Fedhiin Qabu Guuttachuu

Viitaalaan Fiinlaandi, Istooniyaa, Laatiiviyaa fi Liituwaaniyaa deemuudhaan namoota gurri isaanii duudeef misiraachicha lallabeera. Erga cuuphamee waggaa 60 boodallee ammayyuu hinaaffaa guddaa qaba!

ELFIREED URBAAN

Eebba Misiyoonii Taʼanii Tajaajiluun Argamsiisu

Elfireed misiyoonii taʼuuf galma ijoollummaatti baafatte raawwatteetti. Yeroo ammaa gara waggaa 55 ol booda yeroo rakkinaa fi haalawwan jijjiiramanitti waaʼee Yihowaa warra kaan barsiisuu itti fufteetti.

KAMIILAA ROOZAM

Yihowaadhaaf Ajajamuuf Murtoon Godhe

Kamiilaa fi abbaan manaa ishii Yugiin jireenya isaanii keessatti Yihowaa jaallachuu, isaa fi jaarmiyaa isaatiif ajajamuu hunda caalaa dursa kennaniiru.

DEEVIID MAAZEE

Maatiin Tokko Gammachuu Dhabee Ture Deebisee Argate

Haalli rakkisaan maatii tokko mudate, warri kaan Yihowaa akka abdatanii fi isatti akka amanaman isaan kakaaseera.

JIISAS MAARTIIN

“Yihowaan Haala Baayʼee Abdii Nama Kutachiisu Keessaa Na Oolcheera”

Mana hidhaa diilallaaʼaa fi dukkana keessatti kophaa isaa waggootaaf erga hidhame booda tajaajila yeroo guutuu gammachiisaa taʼe irratti hirmaateera, Jiisas jabina Yihowaan kennutti amanamuu akka qabu muuxannoo isaa irraa barateera.

DOORINAA KAAPAARELII

Ija Laafettii Taʼus, Jireenyuma Kanan Filadha!

Doorinaan qajeelchituu yeroo hundaa fi qajeelchituu addaa taatee, hojii aanaa fi koonyaarratti, akkasumas Beetelitti tajaajilteetti. Waaʼee tajaajila yeroo guutuu gara waggaa 70tiif irratti hirmaattee, akkasumas Yihowaan akkamitti akka ishii gargaaree fi ishii eebbise dubbatteetti.

MILTIYAADIIS ISTAAVIRUU

“Yihowaan Kunuunsa Nuuf Godheera, Qajeelfamas Nuuf Kenneera”

Miltoo fi Dooriis yeroo Giddu Galeessa Bahaatti misiyoonota taʼanii tajaajilaa turanitti, rakkoo adda addaa isaan mudachuun isaa fi wanta itti aansuudhaan isaan mudatu beekuu dhiisuun isaanii ofitti amanamuu mannaa Yihowaa qofatti amanamuuf isaan gargaareera.

DEERIIL SHAARPI

Jabina Waaqayyootiin Duubatti Hin Deebinu

Haalawwan rakkisaa taʼan mudatanis Deeriilii fi Suuzaan namoonni 130 ol taʼan akka cuuphaman gargaaraniiru.

GIYOORGI POORCHUULIYAAN

“Jaalalli Ani Yihowaaf Qabu Jabeessee Na Dhaabeera”

Yaaliin inni haqaa fi nagaa sammuu argachuuf godhe Dhugaa Baatuu Yihowaa akka taʼu isa taasise. Giyoorgi yeroo kaampii hojiin humnaa itti hojjetamu keessa turetti, yeroo biyyaa baafameettii fi haadha manaa isaa ishii jaallatu kunuunsaa turetti jaalalli inni Yihowaaf qabu jabina isaaf kenneera.

Dhiifama, filannoowwan ati filatte kan guutu hin jiru.