Dhimma ijoo ta'etti seeni

Mata Dureewwan Dhiheenya Kana Fuula Jalqabaa Irratti Beeksifaman

 

Wanti Sirrii fi Dogoggora Taʼe Maalidha?

Wanta sirrii fi dogoggora taʼe adda baafachuu kan qabdu akkamitti? Qajeelfamni amanuu dandeessuhoo jiraa?

 

Waaʼeen Dubartootaa Waaqayyoon ni Yaaddessaa?

Deebii kanaa beekuun yeroo miidhaanii fi jalʼinni haqaa si irra gaʼu nagaa sammuu argachuuf si gargaara.

 

Kitaaba Qulqulluu Keessaa Yaada Si Jajjabeessu Argachuu Ni Dandeessaa?

Caqasoonni Kitaaba Qulqulluu keessatti argaman namoota haalaa fi miira rakkisaa adda addaa keessatti argaman jajjabeessaniiru.

Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu kan Heyyame Maaliifi?

Namoonni baayʼeen, addunyaan kun jibbaa fi rakkinaan kan guutamte maaliif akka taʼe gaafatu. Kitaabni Qulqulluun garuu deebii quubsaa fi nama jajjabeessuu kenna.

Dhugaan Ammayyuu Gatii Guddaa Qabaa?

Dhugaan dhugumaan jiraa? Taanaan akkamitti argachuu dandeessa?

 

Jireenya Gammachuu Qabu Jiraachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Sagantaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu keenya si fayyaduu dandaʼa.

 

Waraanni Yoom Dhaabbata?—⁠Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Yeroo dhihootti waraanni hundi ni bada. Kitaabni Qulqulluun kun kan taʼu akkamitti akka taʼe ni ibsa.

Yaalii Fayyaa—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Mootummaan Waaqayyoo yaalii fayyaa nuyi barbaannu kan nuu kennu akkamitti akka taʼe beekuuf carraaqqii godhi.

Kitaabni Qulqulluun Jijjiirameeraa Yookiin Faalameeraa?

Kitaabni Qulqulluun kitaaba bara durii taʼus, ergaan isaa sirriitti eegamee akka nu bira gaʼe akkamitti mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya?

Armaagedoon Israaʼelitti Jalqabaa?

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

 

Kophummaa Isinitti Dhagaʼamu Dandamachuuf Namoota Kaan Gargaaraa

Gorsi Kitaabni Qulqulluun kennu si gargaara.

 

Odeeffannoo Dogoggoraa Irraa Of Eegi

Oduuwwan nama dogoggorsan, gabaasawwan sobaa fi yaadawwan hamminaaf dubbataman hedduu taʼuu isaanii irra iyyuu, miidhaa guddaa si irraan geessisuu illee ni dandaʼu.

Yeroon Shororkeessummaan hin Jirre ni Dhufaa Laata?

Kitaabni Qulqulluun abdii akkamii kenna?

 

Akka Nama Samaariyaa Sanaa Gaarii Taʼuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

Madda seenaa kanaa fi hiika isaa hubachuuf carraaqqii godhi.

Kitaabni Qulqulluun Ayyaana Duʼaa Kaʼuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Maddoota aadaawwan Ayyaana Duʼaa Kaʼuu shan baradhu.

Faayidaa Aarsaa Yesuusirraa Argamu

Wantoota barbaachisoo gochuu qabdu lama.

 

Yesuus Yakka ni Balleessa

Dinqisiifannaa wanta Yesuus nuuf godhee fi gara fuulduraatti nuuf godhuuf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Yesuus Hiyyummaa ni Balleessa

Wantoota Yesuus kanaan dura raawwatee fi gara fuulduraattis nuu raawwatuuf dinqisiifannaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Yesuus Waraana ni Balleessa

Wantoota Yesuus nuuf raawwatee fi gara fuulduraatti nuuf raawwatuuf dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Rakkinni Kan Nu Irra Gaʼu Maaliifi?

Dhugaa barachuun kee haala gaddisiisaa keessatti jajjabina argachuuf si gargaaruu dandaʼa.