DAMMAQAA! Lakk. 1 2016 | Ilaalchi Jijjiirama ni Fida!

Ilaalcha gaarii qabaachuun isa ati yaaddu caalaa si fayyaduu dandaʼa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Ilaalchi Jijjiirama ni Fida!

Ogummaan Kitaaba Qulqulluu keessaa argamu gammachuu akka qabaattu si gargaaruu dandaʼaa?

Waaʼee Dhugaa Baatota Yihowaa Maal Beekta?

Gaaffiiwwan beekumsa kee madaaluuf si gargaaran saddeet of gaafachuudhaan dhugaa isaa beeki.

MAATIIDHAAF

Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Qabxiiwwan akkasumaan walitti dhihaachuu irraa gara michummaa cimaatti si ceesisuu dandaʼan afur.

BIYYOOTAA FI UUMMATA

Leektanistaayiniin haa Daawwannu

wanti tuuristoonni waggaa waggaatti gara magaalaa xinnoo kanaa akka deeman godhu maali dha?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Samii

Namoonni gaariin hundi yeroo duʼan gara samii deemuu?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Qurxummiin Kaatilfiish Bifa Jijijjiiruuf Qabu

Injinaroonni uffata yeroo sekoondii tokko hin guunne gidduutti bifni isaa jijjiiramuu dandaʼu kalaquudhaan dandeettii kana hordofuuf yaalaa jiru.

Wantoota garabiraa

Yommuu Duutu Maal Taata?

Namoonni duʼan wanta naannoo isaaniitti raawwatamu ni beekuu?