MASARAA EEGUMSAA Lakk. 1 2019 | Waaqayyo Eenyu Dha?

Deebii gaaffiiwwan gara Waaqayyootti akka dhihaattu si gargaaran jaʼaa qoruu.

Waaqayyo Eenyu Dha?

Waaqayyoon beekuun, isaa wajjin hariiroo uumuuf tarkaanfii isa jalqabaa ti. Kana gochuu kan dandeessu akkamitti?

Maqaan Waaqayyoo Eenyu Dha?

Waaqayyo maqaa adda isa baasee beeksisu akka qabu beektaa?

Waaqayyo Amala Akkamii Qaba?

Amalawwan Waaqayyoo warri gurguddaa warra kami dha?

Waaqayyo Kanaan Dura Maal Raawwateera?

Ilmaan namoota gara fuulduraatti jireenyaa gaarii akka jiraataniif wanta Waaqayyo raawwate beekuun si dinqisiisuu dandaʼa.

Waaqayyo Gara Fuulduraatti Maal Raawwata?

Bulchiinsa Waaqayyoo isa qajeelaa jalatti haalawwan jiraatan baradhu.

Waaʼee Waaqayyoo Barachuun Si Fayyaduu kan Dandaʼu Akkamitti?

Waaqayyoo wajjin namoonni hariiroo gaarii uuman eebba guddaa akkamiitu isaan eeggata?

Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa

Tarkaanfiiwwan buʼuuraa Waaqayyotti dhihaachuuf si gargaaran afur qori.