Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa

Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa

NAMOONNI TOKKO TOKKO AKKA ARMAAN GADII ISAANITTI DHAGAʼAMA:

Waaqayyoo xiyyeeffannaa nuuf hin kennu ykn inni nu irraa fagoo dha akkasumas qulqulluu fi kan itti dhihaatamu miti.

WANTA KITAABNI QULQULLUUN JEDHU

“Gara Waaqayyootti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.”—Yaaqoob 4:8.

“Inni isiniif waan yaaduuf yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa.”—1 Pheexiros 5:7.

WAAQAYYOTTI DHIHAACHUUF MAAL GOCHUU DANDEENYA?