Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 5 2017 | Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Maleekotaa Maal Jedha?

MAAL SITTI FAKKAATA?

Dhuguma maleekonni jiruu? Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:

“Isin ergamoonni isaa warri waaqa irraa, isin jagnoonni jajjaboonni warri sagalee dubbii isaa dhaggeeffattanii, ajaja isaa raawwattan, Waaqayyoon ulfinaan jajadhaa!”Faarfannaa 103:20.

Masaraan Eegumsaa kun Kitaabni Qulqulluun waaʼee maleekotaa maal akka jedhuu fi yeroo ammaatti jireenya keenya irratti akkamitti dhiibbaa akka geessisan ibsa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Maleekonni Jireenya Kee Irratti Dhiibbaa Gochuu Dandaʼuu?

Muuxannoowwan dhugaan namoonni hedduun qaamonni hafuuraa jireenya keenya irratti dhiibbaa akka geessisan akka amanan isaan taasisaniiru.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Maleekota Ilaalchisee Dhugaa Jiru

Kitaaba Qulqulluu caalaa bakki gaaffii waaʼee maleekota kaʼuuf deebii argachuu itti dandeenyu kan biraan hin jiru.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Maleekaa Dhuunfaatti Si Eegu Qabdaa?

Maleekaan tokko ykn maleekonni akka si eegan sitti dhagaʼamaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Maleekonni Hamoon Jiruu?

Kitaabni Qulqulluun deebii ifa taʼe kenna.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Maleekonni Si Gargaaruu kan Dandaʼan Akkamitti?

Yeroo adda addaatti Waaqayyo uumamawwan hafuuraa dhimma ilmaan namootaa keessa akka seenan isaan ergeera.

Kana Beektaa?

Yesuus namoota Yihudoota hin taaneen, “buchulloota” jechuun isaa arrabsoo turee?

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Waaqayyoo Hin Jiru Jedheen Amana Ture

Namni dargaggummaa isaatti Waaqayyo hin jiru jedhee yaaduu fi Koominiizimii deggeru tokko Kitaaba Qulqulluu dinqisiifachuu kan jalqabe akkamitti?

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

Saaraa Ishii Haadha Moototaa Taate

Maqaan haaraan kun Saaraadhaaf kan malu maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Rakkinnii fi jalʼinni haqaa hamma jirutti nagaan addunyaa fi nagaan sammuu waan hin argamne fakkaachuu dandaʼa. Rakkinni kun furmaata qabaa?

Wantoota garabiraa

Miseensa Dhaabbata Amantii Tokkoo Taʼuun Barbaachisaa Dhaa?

Namni tokko dhuunfaatti Waaqayyoon waaqeffachuu ni dandaʼaa?