Dhimma ijoo ta'etti seeni

Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya?

Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya?

Maal sitti fakkaata?

  • Saayinsii irraatii?

  • Geggeessitoota amantii irraatii?

  • Moo Kitaaba Qulqulluu irraati?

BARREESSAAN KITAABA QULQULLUU WAAQAYYOON AKKAS JEDHEE TURE

‘Ati hubannaa anaaf kenni . . . Dubbiin kee dhugaa dha.’—Faarfannaa 119:144, 160.

Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman gaafataniif deebii kenna.

Atoo gaaffii keetiif deebii argachuu barbaaddaa?

Weebsaayitii keenya jw.org® jedhamu irraa deebii argachuu dandeessa.

DUBBISI—wantoota Intarneetii irratti baasne

ILAALI—Viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan

GARAGALFADHU—wantoota qophaaʼan

GAAFFIIWWAN KANA KEESSAA CAALAATTI KAN SI YAADDESSU WARRA KAMI?

  • Kaayyoon jireenyaa maali dha?

  • Rakkina nu irra gaʼaa jiruuf kan itti gaafatamu Waaqayyodhaa?

  • Yeroo duutu maal taata?

Deebii Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kanaaf kennu jw.org irraa ilaali.

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU jalaa ilaali)