Gara Yihowaatti Deebiʼi

Yihowaan hoolota isaa badan ni barbaada, gara isaatti akka deebitus si afeera.

Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergame

Xalayaan Qaama Ol Aanaa kun tajaajiltoota Waaqayyoo warra golicha keessaa badan akka deebiʼaniif barreeffame dha.

KUTAA 1

“Ani Isa Bade Nan Barbaada”

Waaqayyo hoolaan bade tokko akka hin deebinetti ilaalaa?

KUTAA 2

Yaaddoo—‘Karaa Hundumaan Gad Dhiibamna’

Wanta kanaan dura hojjechaa turte hojjechuu waan dadhabdeef akka abdii kutatte yoo sitti dhagaʼame, karaan salphaan humna isaa irraa fayyadamuu dha.

KUTAA 3

Miirri Keenya Miidhamuu ‘Komachuuf’ Sababii Yommuu Qabaannu

Seerri buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu sadii miidhaa obboleessi tokko si irraan gaʼe moʼuuf si gargaaruu dandaʼa.

KUTAA 4

Of Ceephaʼuu—‘Cubbuu Koo Irraa Ana Qulleessi’

Boqonnaa qalbii qulqulluu qabaachuun argamsiisu akkamitti argachuu dandeessa?

KUTAA 5

‘Gara Tiksee Fi Ilaaltuu Ol aanaa Lubbuu Keetti Deebiʼi’

Gara Yihowaatti deebiʼuu yoon barbaade maali irraan jalqaba? Gumiin akkamitti na simata?

Xumura

Yeroo gammachiisaa saba Yihowaa wajjin dabarsite yaaddee beektaa?