Madda Jireenyaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Deebii Argachuu Qaban Shan

Jijjiirama tirannaa ykn uumamatti amanuu ilaalchisee ragaawwan jiran qoruudhaan murtoo dhuunfaa godhi.

Murtoo Barataa Tokko Dhiphise

Yeroo baayʼee barattoonni waaʼee uumamaa baratan filannaa ulfaataa taʼetu isaan mudata.

GAAFFII 1

Jireenyi kan Argame Akkamitti?

Deebiin gaaffii kanaa ilaalcha kee irratti jijjiirama guddaa fiduu dandaʼa.

GAAFFII 2

Uumamani Wal Xaxaa hin Taane Jiraa?

Jijjiiramni tirannaa dhugaa utuu taʼee, seeliin wal xaxaa hin taane jalqabaa akka tasaa akkamitti akka argame ragaa quubsaa kennuu qaba ture.

GAAFFII 3

Qajeelfamoonni Kun Eessaa Dhufan?

Saayintistoonni waaʼee jenetiksii namootaa qoratan, waaʼee qajeelfamoota molekiyulii DNA isa baayʼee dinqisiisaa taʼe keessa jiranii waggoota hedduudhaaf qorachaa turaniiru.

GAAFFII 4

Jireeenyi Hundi Qaama Tokkorraa Fooyyaʼee Dhufee?

Chaarlis Daarwiinii fi warri barumsa isaa deeggaran sanyiin hundi jireenya qaama jalqaba ture tokko irraa akka argame yaadu. Haa taʼu malee, dhuguma wanti raawwatame kana dhaa?

GAAFFII 5

Kitaaba Qulqulluutti Amanuun Sirriidhaa?

Kitaabni Qulqulluun sirrii fi saayinsaawaa akka hin taane, akkasumas dogoggora akka taʼetti dubbatama. Dhuguma wanti Kitaabni Qulqulluun dubbatu dogoggoradhaa?

Maddawwan Barreeffamootaa

Kutaan kun madda barreeffamoota birooshurri kun irratti hundaaʼe kan qabate dha.