Dhimma ijoo ta'etti seeni

Waaqayyo

Waaqayyo Eenyu?

Waaqayyo Jiraa?

Kitaabni Qulqulluun Waaqayyo kan jiru taʼuu isaa ilaalchisee qabxiilee shaniif deebii kenna.

Waaqayyo Humna Eenyummaa Mataa Isaa hin Qabne Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun Waaqayyo humna isaa isa guddaa fayyadamee wantoota hunda akka uume dubbata. Garuu inni nuti jiraachuu keenya beekaa? Nuuf hoo ni yaadaa?

Waaqayyo Yeroo Hunda, Bakka Hundatti Argamaa?

Kitaabni Qulqulluu Waaqayyo bakka hundatti akka argamu barsiisaa? Inni bakka murtaaʼe kan jiraatu taʼus, dhuunfaatti akka si beeku mirkanaaʼaa taʼuu kan dandeessu maaliifi?

Waaqayyo Iddoo Murtaaʼe Tokko Qofa Jiraataa?

Iddoo Waaqayyo jiraatu ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal jedha? Yesuus hoo bakkuma kana jiraataa?

Namni Waaqayyoon Argee Beeku Jiraa?

Kitaabni Qulqulluun ‘namni Waaqayyoon arge hin jiru’ yeroo jedhuu fi Museen “Waaqayyo isan kan Israaʼel in arge” yeroo jedhu yaanni isaa wal faallessaa?

Barumsi Sillaasee Kitaaba Qulqulluu Keessatti ni Argamaa?

Amantiiwwan hedduun Waaqayyo Sillaasee akka taʼe barsiisu. Kitaabni Qulqulluun kana barsiisaa?

Maariyaam Haadha Waaqayyoo Tii?

Kitaabni Qulqulluunis taʼe seenaan Kiristiyaanummaa barumsa amantii kana ilaalchisee deebii ifa taʼe nuuf kenna.

Waaqayyo Yaada Isaa ni Jijjiiraa?

Wanti Waaqayyo Kitaaba Qulqulluu keessatti ‘Ani hin geddaramu’ akkasumas ‘wantan gochuu yaade nan dhiisa’ jechuudhaan dubbate wal faallessaa?

Hafuurri Qulqulluun Maali Dha?

Kitaabni Qulqulluun hafuura qulqulluu “harka” Waaqayyoo akka taʼe kan ibsu ragaa quubsaa waan qabuufi dha.

Maqaa Waaqayyoo

Waaqayyo Maqaa Qabaa?

Hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu hedduun maqaa Waaqayyoo isa dhuunfaa qabataniiru. Maqaa kanatti fayyadamuu qabdaa?

Yihowaan Eenyu Dha?

Inni Waaqa saba tokkoo, jechuunis Waaqa Israaʼelootaa qofa dhaa?

Waaqayyo Maqaa Meeqa Qaba?

Namoonni maqaan Waaqayyoo, Allaah, Eelshaadaayi, Yihowaa Yiriʼee, Alfaa fi Omeegaa akka taʼe yaadu taʼa. Maqaa kamiin iyyuu yoo isa waamne jijjiirama fidaa?

“Alfaa fi Omeegaa” kan Jedhame Eenyu Yookiin Maali Dha?

Mata duree kana kaasuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

Fedha Waaqayyoo

Waaqayyo Maal Ana Irraa Barbaada?

Wanta Waaqayyo si irraa barbaadu beekuuf mallattoon, mulʼanni ykn waamichi adda taʼe si barbaachisaa? Deebii Kitaabni Qulqulluun kennu ilaali.

Kitaabni Qulqulluun Mirga Filannaa Ilaalchisee Maal Jedha? Dhumni Keenya Toʼannaa Waaqayyoo Jala Jiraa?

Namoonni baayʼeen, jireenyi isaanii carraa irratti akka hundaaʼe amanu. Filannaan goonu, jireenyi keenya milkaaʼuu fi dhiisuu isaa irratti dhiibbaa godhaa?

Waaqayyoon Beekuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Qabxiiwwan torban Waaqayyoo wajjin michooma qabaachuuf si gargaaran.

Rakkina Nu Irra Gaʼuuf kan Itti Gaafatamu Waaqayyo Dhaa?

Rakkinni, namoota Waaqayyo duratti fudhatama qaban illee dabalatee eenyuun iyyuu mudachuu dandaʼa. Maaliif?