Dhimma ijoo ta'etti seeni

Kitaabni Qulqulluun Gama Seenaatiin Sirrii Dha

Biyyootaa fi Iddoowwan Kitaaba Qulqulluu

Barreeffamoota Bara Durii Iddoo Gosni Israaʼel Jiraate Mirkaneessu

Caccabni Samaariyaatti Argame Odeeffannoon Kitaaba Qulqulluu Keessatti Argamu Dhugaa Taʼuu Isaa Mirkaneesse.

Kufaatii Nanawwee

Yeroo Bulchiinsi Asoor sadarkaa guddaa irra geessetti raajiin Waaqayyoo wanti hin eegamne tokko akka taʼu raajii dubbate.

Kana Beektaa?—Adoolessa 2015

Macaafni Qulqulluun kutaawwan Biyyattii Abdachiifamtee bosonaan guutaman akka turan dubbata. Yeroo harʼaatti bosonni irraa dhumuun isaa bosonni akka hin turre argisiisaa?

Kana Beektaa?—Adoolessa-Fulbaana 2013

Magaalaan Nanawwee isheen durii “mandara dhiiga namaa dhangalaaftu” kan jedhamte maaliifi? Yihudoonni durii bantii manasaaniitti ittisa kan ijaaran maaliifi?

Namoota Kitaaba Qulqulluu

Kana Beektaa?—Bitootessa 2020

Israaʼeloonni Gibxii keessatti garbummaa jala akka turan ragaa Kitaaba Qulqulluu keessatti argamu dabalatee ragaan kan biraa jiraa?

Maqaa Kitaaba Qulqulluu Okkotee Bara Durii Irratti Barreeffame

Caccabaan okkotee suphee waggaa 3,000 galmeessisee fi bara 2012tti qotamee argame tokko, qalbii qorattootaa hawwateera. Argannoo kana maaltu adda godha?

Qorannoo Arkiʼooloojii Daawit Mootichi Dhugumaan Akka Jiraate Argisiisu

Qeeqxonni tokko tokko seenaan Daawit oduu durii ykn sheekkoo namoonni yeroo booda uumanidha jedhanii falmu. Maarree arkiʼooloojistoonni maal argatan?

Kana Beektaa?—Guraandhala 2020

Belshaazaar mootii Baabilon akka ture qorannoon arkiʼoolojii kan mirkaneessu akkamitti?

Ragaa Dabalataa

Taatenaayi eenyu akka taʼe beekuu baattus, arkiʼooloojiin waaʼee isaa caqasuun isaa ragaa quubsaa taʼa.

Yohaannis Cuuphaan Dhugumaan Nama Lubbuudhaan Jiraate Turee?

Barreessaa seenaa jaarraa jalqabaa kan ture Joseefas Yohaannis Cuuphaan nama dhuguma lubbuudhaan jiraate akka taʼetti ilaaleera. Nutis akkanuma goonee yaaduu dandeenya.

Yesuus Dhuguma Jiraateeraa?

Hayyoonni bara kanaas taʼan kan bara durii waaʼee dhimma kanaa maal jedhu?

Miseensa Maatii Qayyaafaa Turte

Saanduqni reeffa Miiryaam qabatee jiru kun, namoonni Macaafa Qulqulluu keessatti caqasaman dhugumaan kan turaniifi toora maatii dhugaa taʼe kan qaban taʼuusaanii mirkaneessa.

Kana Beektaa?—Adoolessa-Fulbaana 2015

Arkiʼooloojiin Macaafa Qulqulluu ni deggeraa? Leenconni biyyoota Macaafa Qulqulluu keessatti caqasaman keessaa yoom badan?

Ta'eewwan Kitaaba Qulqulluu

Afaan Dubbannu Yeroo “Gamoon Baabel” Ijaarame Dhufee?

Gamoon Baabel maalidha? Afaan kan jalqabame akkamitti?

Kana Beektaa?—Waxabajjii 2022

Warri Roomaa namni akkuma Yesuus mukarratti fannisan akkuma namoota kaanii akka awwaalamu ni heyyamu turanii?

Fakkii Bocamaa Gibxii Durii Seenaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Taʼuu Isaa Mirkaneessu

Barreeffamni bocamaan Gibxii durii seenaan Kitaaba Qulqulluu dhugaa taʼuu isaa kan mirkaneessu akkamitti akka taʼe baradhu.

Seenaan Kitaaba Qulqulluu Yihudoonni Boojuu Baabilon Jala Akka Galan Ibsu Dhugaa Dhaa?

Haalli jireenyaa Yihudoota Baabiloniin boojiʼamanii akkuma Waaqayyo jedhe taʼuu isaa ragaan mirkaneessu kan biraan jiraa?

Gaaffii Dubbistootaa—Sadaasa 2015

Magaalaan Yerikoo durii utuu yeroo dheeraadhaaf hin marfamin akka moʼamte wanti ragaa taʼu maali dha?

Jireenya Bara Durii

Geejjiba Qondaalli Itoophiyaa Itti Fayyadame

Geejjibni qondaalli Itoophiyaa x⁠u⁠ʼaashii t⁠a⁠ʼe sun yeroo Filiphoos wajjin wal argetti yaabbatee ture kan akkamiiti?

Gaaffii Dubbistootaa​—Onkoloolessa 2023

Israaʼelonni yeroo lafa onaa keessa turanitti mannaa fi simbirroodhaan alatti wanta nyaatan qabu turanii?

Ancient Brickmaking Supports the Bible Record: Xuubiiwwan Bara Duriitti Tolfaman Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuusaa Mirkaneessu

How do bricks and brickmaking methods discovered among the ruins of ancient Babylon support the Bible record?: Xuubiiwwan jijjigaa Baabilon durii keessatti argamanii fi malli xuubiiwwan kun itti tolfaman Kitaabni Qulqulluun dhugaa taʼuu isaa kan mirkaneessan akkamitti?

Kana Beektaa?—Waxabajjii 2022

Bara duriitti namoonni yeroo waggaa fi jiini itti jalqabu kan beekan akkamitti ture?

Chaappaawwan Durii Maaliif Fayyadu Turan?

Chaappaawwan durii baayʼee barbaachisoo, akkasumas mootonnii fi bulchitoonni itti fayyadamaa kan turan akkamitti?

Kana Beektaa?—Onkolooleessa 2017

Barsiifanni Yihudootaa Yesuus kakachuu akka balaaleffatu godhe isa kami dha?

Kana beektaa?—Masaraa Eegumsaa Lakk. 5 2017

Yesuus namoota Yihudoota hin taaneen, “buchulloota” jechuun isaa arrabsoo turee?

Kana Beektaa?—Waxabajjii 2017

Yesuus daldaltoota mana qulqullummaa keessatti beeyilada gurguraniin “saamtota” kan jedhe maaliifi?

Kana Beektaa?—Onkoloolessa 2016

Warri Roomaa jaarraa jalqabaatti abbootii taayitaa Yihudootaatiif Yihudaa keessatti mirga hammamii kennu turan? Bara duriitti namni tokko maasii namaa irratti inkirdaada facaasa yaanni jedhu amansiisaa dhaa?

Kana Beektaa?—Ebla-Waxabajjii 2015

Phaawulos lammummaa warra Roomaa qabaachuun isaa faayidaa akkamii isaaf argamsiise? Bara duriitti tiksitootaaf mindaan kan kaffalamu akkamitti ture?

Kana Beektaa?—Ebla-Waxabajjii 2014

Bara Yesusitti buusiin mana qulqullummaa akkamitti godhama ture? Luqaas seenaa amanamuu dandaʼu barreessee?