Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Yunaayitid Isteetis

  • Daayar Baay, Meeyin, Yunaayitid Isteetisitti Kitaaba Qulqulluu irraa barsiisaa jiru

  • Talehaasii, Filooriidaa, Yunaayitid Isteetis—Viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu argisiisaa jiru

  • Daayar Baay, Meeyin, Yunaayitid Isteetisitti Kitaaba Qulqulluu irraa barsiisaa jiru

  • Talehaasii, Filooriidaa, Yunaayitid Isteetis—Viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu argisiisaa jiru

Odeeffannoo Gabaabaa—Yunaayitid Isteetis

  • 336,679,000—Baayʼina uummataa
  • 1,233,609—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 11,942—Gumiiwwan
  • 1 nama 276f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MUUXANNOOWWAN

Gargaarsa Namoota Hospitaala Keessaa Hojjetanii fi Dhiphataniif Taʼu

Narsoonnii fi hojjettoonni hospitaala tokko keessaa hojjetan yeroo dhibee golfaa Kooviid-19 kanatti gargaarsa jajjabina isaaniif kennu argachuu kan danda‵an akkamitti?

JIREENYA BETʼEL

Gamoowwan Betʼel Yuunaayitid Isteetisitti Argaman Akka Daawwattu Si Afeerreerra

Daawwannaan kun Waajjira Muummee Dhugaa Baatota Yihowaa fi waajjira damee Yuunaayitid Isteetis kan dabalatu dha.

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Niiwu Yoorki

Hiriyoonni gaaʼelaa jireenya mijataa jiraachaa turan, mana isaanii isa jaallatan dhiisanii mana xinnoo taʼe keessa jiraachuu kan jalqaban maaliifi?