Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 1 2017 | Kitaaba Qulqulluu Dubbisuudhaan Faayidaa Argachuu

MAAL SITTI FAKKAATA?

Kitaabni Qulqulluun bara ammayyaa kanatti yeroon kan itti darbe dhaa? Moo amma iyyuu faayidaa qaba? Kitaabni Qulqulluun iyyuu, “Kitaabni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffame siʼa taʼu . . . ni fayyada” jedha.—2 Ximotewos 3:16, 17.

Barruun Masaraa Eegumsaa kun yaadawwan Kitaaba Qulqulluu ogummaa irratti hundaaʼan ibsa; akkasumas yaadawwan dubbisa Kitaaba Qulqulluu kee irraa akkamitti faayidaa guddaa argachuu akka dandeessu ibsan qabateera.

 

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaaba Qulqulluu kan Dubbistu Maaliifi?

Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman Kitaaba Qulqulluu dubbisuudhaan kan fayyadaman akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Dubbisuu Jalqabuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Malawwan Kitaaba Qulqulluu dubbisuun salphaa fi caalaatti gammachiisaa akka taʼu godhan shanan.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Dubbisa Kee Gammachiisaa kan Siif Godhu Maali Dha?

Hiikkaawwan, teknoloojiin, meeshaawwan qoʼannaa fi malawwan adda addaa Kitaaba Qulqulluu dubbisuun gammachiisaa akka taʼu gochuu dandaʼu.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun Jireenya Koo kan Fooyyessu Akkamitti?

Kitaabni bara durii kun gorsa faayidaa guddaa qabu qabateera.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Duʼuu hin Barbaadun Ture!

Iivoon Kuwaariin yeroo tokko, “Kanan Jiraadhu Maaliifi?” jettee gaafatte. Deebiin gaaffii kanaa jireenya ishii jijjiire.

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

“Inni Akka Gaariitti Waaqayyoon Gammachiiseera”

Wanta maatii keetiif barbaachisu dhiheessaa jirta ykn wanta sirrii taʼe tokkoof ejjennoo qabdu eegdee jiraachuuf qabsoo gochaa jirta yoo taʼe, amantii Henok irraa barachuu dandeessa.

Kun Hubannoo Dogoggoraa Taʼe Xinnoo Qofa Dhaa?

Ergaan Kitaaba Qulqulluu baayʼee barbaachisaa waan taʼeef, karaa dogoggora taʼeen hubatamuu hin qabu. Kitaabicha hubachuu kan dandeessu akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun madda rakkinaa qofa utuu hin taʼin, rakkinni kan badu akkamitti akka taʼes ni ibsa.

Wantoota garabiraa

Kitaabni Qulqulluun Wal Faallessaa?

Yaadawwan Kitaabni Qulqulluun kan wal faallessan fakkeessanii fi qabxiiwwan hiikawwan isaanii ifa akka siif taʼan gargaaran.