Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Seensa

Seensa

Akkana Jettee Yaaddee Beektaa?

  • Waaqayyoon ilaalchisee dhugaan isaa maali dha?

  • Jireenyi maatii kee gammachiisaa akka taʼu gochuu kan dandeessu akkamitti?

  • Addunyaa irratti rakkinni kan baayʼate maaliifi?

  • Waaqayyo rakkinni akka jiraatu kan heyyame maaliifi?

  • Kaayyoon Waaqayyo lafaaf qabu maali dha?

  • Namoonni duʼan eessa jiru?

  • Maleekonni dhiibbaa kan nu irratti godhan akkamitti?

  • Waaqayyotti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman Kitaaba Qulqulluu qoʼachuudhaan gaaffiiwwan kanaaf deebii quubsaa argataniiru. Atis deebii argachuu ni dandeessa.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf www.ps8318.com ilaali ykn nama birooshura kana sii kenne gaafadhu.